Tender Detail

Tender Details


Gurgurtaa maashina Fiilmii Biloongii jedhamu


Caalbaasii

R/himataa Joonsee Lammiifi R/himatamaa Dhaabbata Dhuunfaa Oomisha Korojoofi pilaastikaa Keenyaa gidduu falmii raawwii Hojjetaafi hojjechiisaa ilaalchise jiru maashina Fiilmii Biloongii jedhamu raawwiif sababa ta'e ka`umsa caalbaasii qarshii gaafa 727,053.6tiin 15/11/2014 sa'aatii 4:30-6:00tti ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barabbaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera. M/M/A/Magaalaa Buraayyuu.

Save Tender