Tender Detail

Tender Details


Gurgurtaa maashina Yaangi Mingii jedhamu Magaalaa Buraayyuutti argamu


Caalbaasii

R/himattoota Aadde Eebbisee Tafarraa fa'aa N-10fi R/himatamaa Dhaabbata Dhuunfaa Oomisha Karaaxiitiifi Pilaastikaa I/G/I/Murtaa`e gidduu falmii raawwii Hojjetaafi hojjechiisaa jiru ilaalchise qabeenya dhuunfaa dhaabbata R/himatamaa kan ta'e maashina Yaangi Miingii jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo mooraa dhaabbata R/himatamaa keessatti argamu ka`umsa caalbaasii qarshii 14,393,170.4tiin gaafa 14/11/2014 sa'aatii 4:30 -6:00tti ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/A/Magaalaa Buraayyuu.

Save Tender