Tender Detail

Tender Details

  • Deadline30 May 2023, 9:19 AM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Accounting & Auditing

Gurgurtaa mana


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Keeraat Adamiifi M/A/Idaa Anuwaar Adam Jidduu falmii siviilii raawwii murtii jiru ilaalichisee manni falmiidhaaf ka’uumsa ta'e Maqaa Murtii abbaa idaatiin Magaalaa Adaamaa keessatti argamu Lakk. kaartaa isaa 1287/2008 kan ta'e balina lafaa kaaree meetira 144 irratti argamu tilmaama ka uumsa caalbaasii qarshii 4,875,985tiin gaafa 22/08/2015 sa'aatii 3:30 hanga sa'aatii 6:30tti iddoo manichi argamutti caalbaasii ifa ta'ee akka gurguramu manni murtii ajajeera.Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii qabeenyaa kana bitachuu barbaaduu iddoo, guyyaa. fi sa'aatii ibsametti dhiyaattanii ka uumsa caalbaasichaarraa 1/4 CPOdhaan qabsiisuudhaan qaamaan ykn bakka bu'ummaadhaan dhiyaachuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.

M/M/O/G/A/Adaamaa.

Save Tender