Gurgurtaa Konkolaataa
Caalbaasii Gurgurtaa Konkolaataa
M/A/Mirgaa 1 Asaamminewu Galaanee 2 Saamu'eel Kabbadee 3 Indaashaawu Faqqadec 4 Addis Allellinyi Diras 5 Miliyoon Faantuu 6 Aschaalewu Tirfee 7 Andu'aalam Mahaarii 8 Tasfaayee Asaffaa 9 Alambirhaan Haddush 10 Sintaayyoo Malaakuu 11 Tikkee Bukumaa 12 Waajjira Galii Aanaa Martii fi M/A/Idaa Dhaabbat Konstiraakshinii Takilabirhaan Ambaayee Itti Gaafatammummaan isaa Murtaa'e jidduu falmii jiru ilaalchisee Konkolaataa qabeenyummaan isaa kan M/A/Idaa kanaa kan ta'e Lakk. Gabatee isaa 3-66922A.A kan ta'e ka'uumsa caalbaasii qarshii 1,325,711.16tiin akkasumas Konkolaataa Lakk. Gabatee 3-61640A.A kan ta'e ka uumsa caalbaasii qarshii 1,325,711.16tiin gaafa 18/08/2015 sa'aatii 6:00 hanga sa'aatii 11:00tti Waajjira Bulchiinsa Aanaa Martii Magaalaa Abboomsaa keessatti caalbaasiidhaan ni gurgurama. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii qabeenyaa kana bitachuu barbaaduu iddoo, guyyaa, fi sa'aatii ibsametti dhiyaattanii ka'uumsa caalbaasichaarraa 1/4 CPO ykn qarshiin qabsiisuun bakka bu'ummaadhan kan dorgomu yoo ta'e xalayaa bakka bu'ummaa qaamaa haangoo qaburraa dhiyeeffachuun dorgomtanii bitachuu kan dandedeessan ta'uu ni beeksifna.
M/M/A/Martii.
