Gurgurtaa mana jireenyaa
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Birqee Damsee fa'aa N-3 fi M/A/Idaa Obbo Birruu Damissee fa'aa N-11 Jidduu falmii siviilii jiru ilaalichisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa ganda Hangeetuu keessatti argamu qabiyyee durii kan ta'e Lakk. manaa 231 ta'e balina lafaa karee meetira 556 irratti argamu tilmaama ka'uumsa caalbaasii qarshii 3,240,000tiin gaafa 14/08/2015 sa'aatii 3:30 hanga sa'aatii 5:00tti galmaa'anii sa'aatii 5:00 hanga 6:00tti bakka qabeenyi kun argammutti caalbaasiidhaan ni gurgurama. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii qabeenyaa kana bitachuu barbaaduu iddoo, guyyaa, fi sa'aatii ibsametti dhiyaattanii ka'uumsa caalbaasichaarraa 1/4 dursee kophii baankiitti qabsiisuun bitachuu kan dandedeessan ta'uu ni beeksifna.
M/M/A/Magaalaa Adaamaa.
