Gurgurtaa maashinaa Aadda addaa
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Kindayyaa Gabragiyoorgisiifi D/kennaa M/A/Idaa Waldaa Dhuunfaa I/G/I/Murtaa`e Foniksi Indiriis gidduu falmii H/Hawaasaa jiru ilaalchise qabeenya M/A/Idaa 1ffaa Injeekshinii Maashinaa Baay'inni isaa tokko tilmaama qarshii 1,000,000tiin 2ffaa Elektirika Rekatifer Baay'inni isaa tokko tilmaama qarshii 300,000tiin 3ffaa Kompiressor Baay'inni isaa tokko tilmaama qarshii 80,000tiin, 4ffaa Elektirik power Board Baay'inni isaa lama tilmaama qarshii 50,000tiin, 5ffaa Mixer Baay`inni isaa tokko tilmaama qarshii 1,680,000tiin, 6ffaa Maashinii cooler Baay'inni isaa tokko tilmaama qarshii 100,000tiin Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa Ganda 03 mana kuusaa Lakk. Kaartaa isaa L/037/96 keessatti argamu gaafa 19/11/2014 sa'aatii 3:00-6:00tti ni gurgurama.Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessanifi qaamni mo`ates yeroo dhuma sana 25% kan kaffalu ta'uu manni murtii ajajeera. M/M/O/G/A/O/Nan/Finfinnee.
