Tender Detail

Tender Details

  • Deadline23 Apr 2023, 10:34 AM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Land , House, Building And Warehouse

Gurgurtaa mana jireenyaa


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Sawudaa Shukuriifi M/A/Idaa Obbo Kadiir H/Saburee fa'aa N-2 jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Ganda Gaaraa Luugoo keessatti argamu Lakk. Kaartaa isaa OR/30010390704 ta'e tilmaama ka'uumsa caalbaasii qarshii 712,375.85tiin gaafa 15/08/2015 sa'aatii 4:00 hanga 6:00tti calbaasiidhaan iddoo manichi argamutti waan gurguramuuf, namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barabaaddan tilmaama ka'umsaarraa 1/4 isa CPO qabsiistanii ganda Gaaraa Luugootti galmooftanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ni beeksisa.

Odeeffannoo Dabalataatiif Lakk. Bilbilaa 0965372327

M/M/A/Magaalaa Adaamaa.

Save Tender