Gurgurtaa mana jireenyaa
Caalbaasii
R/Murtiin Himattuun Aadde Azeeb Abraahamifi R/M/Himatamaan Masfin Tsaggaa Jidduu falmii siviilii jiru ilaalichisee mana jireenyaa Magaalaa Mojoo ganda Qarsaa iddoo addaa Dibooraa jedhamutti argamu balina lafaa kaaree meetira 200 irratti maqaa Aadde Azeeb Abraahamitiin ka'uumsa caalbaasii qarshii galmaa ee 6,357,824./100tiin gaafa 16/08/2015 sa'aatii 3:00 hanga sa'aatii 7:00tti bakka qabeenyi kun argammutti caalbaasii ifa ta'een akka gurguramu manni murtii ajajeera. Kanaafuu namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii qabeenyaa kana bitachuu barbaaddan iddoo, guyyaa fi sa'aatii ibsametti dhiyaattanii ka'uumsa caalbaasichaarraa 1/4 qabsiisuudhaan bitachuu kan dandedeessan ta'uu ni beeksifna.
M/M/A/Lumee
