Tender Detail

Tender Details

  • Deadline17 Apr 2023, 9:14 AM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Land , House, Building And Warehouse

Gurgurtaa mana jireenyaa



Caalbaasii

R/Himattuun Baataa Bashirifi R/Himatamaan Abdurroo Burqaa Jidduu falmii raawwii siviilii jiru ilaalichisee Lafa mana jireenyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Aanaa Haroo Qullittii keessatti kan argamu Lakk. Kaartaa isaa 761/757/2015 kan ta'e balina lafaa kaaree meetira 140 irratti waldaa seenaaf ta'a jedhu keessatti hundeensaa bahee kan argamu ka'uumsa caalbaasii qarshii 2000,000tiin gaafa 09/08/2015 sa'aatii 3:00 hanga sa'aatii 6:00tti iddoo lafichi argamutti ni gurguramaa kanaafuu, namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo, fi sa'aatii olitti ibsametti argamuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

M/M/A/Barraak.

Save Tender