Tender Detail

Tender Details

  • Deadline28 Jun 2022, 4:40 PM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Land , House, Building And Warehouse

Gurgurtaa mana Magaalaa Sandaafaa kessatti argamu


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Abbabuu Qananiifi M/A/Idaa Obbo Girmaa Ayyaanaa fa'aa N-5 gidduu falmii raawwii jiru ilaalchise mana qorqoorroo luukii 60 qabu lafa lafa kaaromoctira 200 irra irra jiru Magaalaa Sandaafaa Bakkee ganda 01 keessatti argamu ka`umsa caalbaasii isaa qarshii 700,000tiin gaafa 21/11/2014 sa'aatii 3:00-6:30tti ni gurgurama.Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/A/ Barraak.

 

Save Tender