Tender Detail

Tender Details

  • Company East Showa Zone Finance Office
  • Address Adaamaa, Adaamaa, Ethiopia, Phone: +251222114336
  • Website
  • Deadline09 Jun 2026, 4:00 PM
  • magazineEGP
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid Security7641
  • opening date2026-06-09 16:30:00
  • Categories Works

Pirojektii Suphaa Waajjiraa Ejensii Geejjibaa Godina Shawaa Bahaa

East Showa Zone Finance Office


Tender Information

TitlePirojektii Suphaa Waajjiraa Ejensii Geejjibaa Godina Shawaa Bahaa
DescriptionProcurement of Building Renovation and Maintenance Work
Procuring EntityEast Showa Zone Finance Office
Reference NoESZFO-NCB-W-0020-2018-BID-Open
Procurement MethodOpen
Submission Deadline2026-06-09 16:00:00
Invitation Date2026-05-15 03:00:00
Procurement TypeBidding
Award Typesingle envelop

Contact Information

Physical Address:Arround Mebrat Hayl, Room G+0 Room 15
Adama, Ethiopia
Contact Details:Tel: +251 222114336
Email: eastshewafinance@gmail.com
Mailing Address:P.O. Box ......, Postal Code: .....

LegalQualification

  • •Hayyama daldalaa seeraqabeessa:

    Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Interpiraayizootaa)
  • •Ragaa Kaffalaa Gibiraa TIN:

    Ragaa TIN Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kennameef dhiyeessuu qabu

    (Ref: Maanuwaalii ulaagaa Mdaallii Interpraayizootaa)
  • •Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa :

    Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa Hunda kan haaromfame dhiyeessuu qaba.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)
  • •Waraqaa Ragaa Heyyama Ijaarsaa:

    Waraqaa Ragaa Heyyama Ijaarsaa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Godina Shawaa Bahaa irraa kennamee fi bara 2018'f tajaajilu dhiyeessuu qabu.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)
  • •Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa:

    Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa karaa guutuu ta'een kan odeeffannoo mara qabu dhiyeessuu qaba.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)
  • •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa :

    Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.

    (Ref: Maanuwaaluu Ulaagaa Interpiraayizootaa)
  • •Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa :

    Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Ragaa VAT yookiin TOT :

    Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu:

    Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Mdaallii Interpiraayizootaa)
  • •Waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license):

    Waldaan waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license) miseensota ogeeyyii waldicha hunda Kan haaromsee fi dhiyessuu kan danda’u (kan bara 2018f tajaajilu ta’u qaba). 

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)

FinancialQualification

  • •Galmee Herregaa:

    Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
  • •Bu'aa odiitii herreegaa hojjetameef qabaachuu :

    Odiitii qaama gurmeesseen yookiin odiitara seeraa qabeessan odiitii taaasifamee dhiyaate. 

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
  • •Aadaa Qusannoo (saving cultures):

    Gabaasa Bu`aa Odiitii bu’ureefachuun Ragaa Xalayaa baankii /Waldaa Qusannoo  yookiin Meeshalee dhaabbii waldichi horate irraa dhihaatu ilaaluun ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)

TechnicalQualification

  • •Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth):

    Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment):

    Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

ProfessionalQualification

  • •Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa :

    Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/

    Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu:

    Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

PerformanceQualification

  • •Muuxannoo Hojii (Work Experience).:

    Ragaa hojjechuu isaa ibsu Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon mirkanaa’e dhiyaate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/

    Waraaqaa Ragaa Galataa Qulqullinaan fi yeroon xumuruu isaa Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon kan mirkanaa’e dhihaate  ilaaluun ta’a. 

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Carraa hojii uumuu (Job opportunities):

    Hojii kana dura hojjeette irratti peeroolii ittiin kaffalame chaappaa interpiraayizichaatiin mirkanaa’e kan qabuu fi Nagahee  itti kaffale Biiroo yookiin Waajjira Galiiwwaanii sadarkaan jiraan irraa wal qabsiisuun kan  dhiyeeffate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Walitti Hidhamiinsa Gabaa (Market Linkage):

    Qaama Interpiraayizii gurmeesse sadarkaa sadarkaan jiruu fi walitti hidhamiinsa gabaa waliin uumame irraa waliigaltee yookiin ragaa chaappaan mirkanaa’ee dhiyaate ilaaluun ta’a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

Bid Security

Amount: 7641 ETB

SME Bid Security Form: CPO, Letter_from_Small_and_Micro_Enterprise

Local Bidders Form: CPO, Letter_from_Small_and_Micro_Enterprise

Terms and Conditions

Waajjirichi Filannoo biraa yoo argate Caalbaasicha gartokkeen ykn guutumaan guututti haquuf mirga guutuu qaba.
HUBACHIISA
1. Sanada Yaada Caalbaasii dorgomiif dhiyaatu hunda irratti mallattoo dura taa’aa ykn bakka bu’aa waldaa fi chaappaan waldichaa irra jiraachuu qaba.
2. Dokumeentiin kamiyyuu haqamaa fi laaqamaa yoo qabaate fudhatama hin qabu. 3. Xalayaaleen deeggarsaa Abbaa Pirojeektiif barreeffaman hundi Orijiinaala ta’uu qabu.
4. Dorgomtoonni Baniinsi Caalbaasii osoo hin gahin dura Lakk. Iccitii "Private Key" isaanii Karaa Siistamaa qofaan qooduu "Share" gochuu qabu.
5. Intarpiraayizoota dorgommii irratti hirmaatanii qabxii dorgommii ulaagaa teeknikaa dhibbeentaa Torbaatama (70%) ol fidan keessaa qabxii ol’aanaa kan fide mo’ataa dorgomichaa ta’a.
6. Interpiraayizoonni waliin dorgomanii qabxii wal-qixaa kan argataan yoo ta’e dursa Interpiraayizii qaama miidhamaa of-keessaa qabuuf kan kennamu ta’a.
7. Interpiraayiziin qabxii madaalii teeknikaa walqixaa ta’ee haala wal fakkaataan miseensa qaama miidhamaa kan qaban yookiin immoo lamaan isaanii qaama miidhamaa kan hin qabne yoo ta’e, mo’ataan dorgomtichaa carraan kan adda bahu ta’a. Ragaa qaama miidhama Biiroo yookiin Waajjira dhimma hojjataa fi hawaasummaa sadarkaan jiraan irraa mirkanaa’ee dhiyaateen kan ilaalamu ta’a.
8. Interpiraayizootni hundi qabxii madaalii teeknikaa % 70 gadi kan fidan yoo ta’ee caalbaasichi haqamee irraa deebiin caalbaasiin haaraan kan bahu ta’a.
Save Tender