Caalbaasii Pirojektii Bishaan Buufata Fayyaa Dongorootaa
East Showa Zone Finance Office
Tender Information
| Title | Caalbaasii Pirojektii Bishaan Buufata Fayyaa Dongorootaa |
| Description | Procurement of Deep Water Well Drilling Works |
| Procuring Entity | East Showa Zone Finance Office |
| Reference No | ESZFO-NCB-W-0024-2018-BID-Open |
| Procurement Method | Open |
| Submission Deadline | 2026-07-20 11:00:00 |
| Invitation Date | 2026-06-24 00:00:00 |
| Procurement Type | Bidding |
| Award Type | single envelop |
Contact Information
| Physical Address: | Adama, Room Ground +0 Room 15 Adama, Ethiopia |
| Contact Details: | Tel: +251 221121490 Email: eastshewafinance@gmail.com |
| Mailing Address: | P.O. Box ...., Postal Code: ... |
LegalQualification
- •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa:
Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Interpiraayizootaa) - •Ragaa VAT yookiin TOT :
Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Ragaa Kaffalaa Gibiraa TIN:
Ragaa TIN Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kennameef dhiyeessuu qabu.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •Waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license):
Waldaan waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license) miseensota ogeeyyii waldicha hunda Kan haaromsee fi dhiyessuu kan danda’u (kan bara 2018f tajaajilu ta’u qaba).
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa:
Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa Hunda kan haaromfame dhiyeessuu qaba.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa:
Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa karaa guutuu ta'een kan odeeffannoo mara qabu dhiyeessuu qaba.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu:
Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Mdaallii Interpiraayizootaa) - •Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa :
Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa:
Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.
(Ref: Maanuwaaluu Ulaagaa Interpiraayizootaa) - •Xalayaa Deeggarsaa:
Waldaaleen hojii hojjetanii Interpiraayizii Maayikiroo irraa gara Intarpiraayizii Xixxiiqaattii ce’an haala ulaagaaleetiin Sadarkaa Guddinaa isaanitiin beekamtiin itti kennamee, bu’aa odiitii isaa ilaalamee qaama gurmeessee irraa Xalayaa Deggarsaa dhiyeefachuu qabu.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •walitti bu'iinsa faayidaa hin malle argachuu irraa maddu irraa bilisa ta'uu:
Waldaalee IX walitti bu'iinsa faayidaa hin malle argachuu irraa maddu irraa bilisa kan ta'an ta'uu isaanii ragaa dhiyeeffachuu qabu.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa) - •Xalayaa Deeggarsaa:
Waldaaleen hojii hin arganne Interpiraayizii Maayikiroo haala ulaagaaleetiin Sadarkaa Guddinaa isaanitiin beekamtiin itti kennamee, kanaan dura hojii akka hin hojjanne qaama gurmeessee irraa Xalayaa Deggarsaa dhiyeefachuu qabu.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)
ProfessionalQualification
- •Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu:
Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa :
Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/
Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
TechnicalQualification
- •Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth):
Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment):
Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
FinancialQualification
- •Galmee Herregaa:
Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa) - •Aadaa Qusannoo (saving cultures):
Ragaa gabaasa Baankii irraa/waldaa qusannooirraa yookiin harka qalleeyyii qusachuu hin dandeenye ta'uu isaanii mana maree deggersaa carraa hojii uumuufi ogummaa sadarkaan jirra dhiyaatu bu'uura godhatee ta'a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
Bid Security
Amount: 0 ETB
Terms and Conditions
HUBACHIISA
1. Sanada Yaada Caalbaasii dorgomiif dhiyaatu hunda irratti mallattoo dura taa’a ykn bakka bu’aa waldaa fi chaappaan waldichaa irra jiraachuu qaba.
2. Dokumeentiin kamiyyuu haqamaa fi laaqamaa yoo qabaate fudhatama hin qabu.
3. Xalayaaleen deeggarsaa Abbaa Pirojeektiif barreeffaman hundi Orijiinaala ta’uu qabu.
4. Dorgomtoonni Baniinsi Caalbaasii osoo hin gahin dura Lakk. Iccitii "Private Key" isaanii Karaa Siistamaa qofaan qooduu "Share" gochuu qabu.
5. Intarpiraayizoota dorgommii irratti hirmaatanii qabxii dorgommii ulaagaa teeknikaa dhibbeentaa Torbaatama (70%) ol fidan keessaa qabxii ol’aanaa kan fide mo’ataa dorgomichaa ta’a.
6. Interpiraayizoonni waliin dorgomanii qabxii wal-qixaa kan argataan yoo ta’e dursa Interpiraayizii qaama miidhamaa of-keessaa qabuuf kan kennamu ta’a.
7. Interpiraayiziin qabxii madaalii teeknikaa walqixaa ta’ee haala wal fakkaataan miseensa qaama miidhamaa kan qaban yookiin immoo lamaan isaanii qaama miidhamaa kan hin qabne yoo ta’e, mo’ataan dorgomtichaa carraan kan adda bahu ta’a. Ragaa qaama miidhama Biiroo yookiin Waajjira dhimma hojjataa fi hawaasummaa sadarkaan jiraan irraa mirkanaa’ee dhiyaateen kan ilaalamu ta’a.
8. Interpiraayizootni hundi qabxii madaalii teeknikaa % 70 gadi kan fidan yoo ta’ee caalbaasichi haqamee irraa deebiin caalbaasiin haaraan kan bahu ta’a.
