Tender Detail

Tender Details

  • Company Oromia Bureau of Agriculture
  • Address Sarbet/Finfinnee, Oromia, Ethiopia, Phone: 118-82-91-73
  • Websitehttps://www.oba.gov.et
  • Deadline23 Nov 2026, 10:00 AM
  • magazineEGP
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening date2026-11-23 11:00:00
  • Categories Works

Nutrition Demonstration Centre Building 1

Oromia Bureau of Agriculture


Tender Information

TitleNutrition Demonstration Centre Building 1
DescriptionProcurement of Building Construction
Procuring EntityOromia Bureau of Agriculture
Reference NoOBA-NCB-W-0002-2019-BID-Open
Procurement MethodOpen
Submission Deadline2026-11-23 10:00:00
Invitation Date2026-10-28 00:00:00
Procurement TypeBidding
Award Typesingle envelop

Contact Information

Physical Address:sarbet, Room 3rdfloor
Addis Ababa, Ethiopia
Contact Details:Tel: +251 9444345
Email: faya@gmail.com
Mailing Address:P.O. Box 00, Postal Code: 400

LegalQualification

  • •Hayyama daldalaa seeraqabeessa:

    Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Interpiraayizootaa)
  • •Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa :

    Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa :

    Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.

    (Ref: Maanuwaaluu Ulaagaa Interpiraayizootaa)
  • •Ragaa VAT yookiin TOT :

    Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu:

    Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Mdaallii Interpiraayizootaa)

FinancialQualification

  • •Galmee Herregaa:

    Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
  • •Bu'aa odiitii herreegaa hojjetameef qabaachuu :

    Odiitii qaama gurmeesseen yookiin odiitara seeraa qabeessan odiitii taaasifamee dhiyaate. 

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
  • •Aadaa Qusannoo (saving cultures):

    Gabaasa Bu`aa Odiitii bu’ureefachuun Ragaa Xalayaa baankii /Waldaa Qusannoo  yookiin Meeshalee dhaabbii waldichi horate irraa dhihaatu ilaaluun ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa)

TechnicalQualification

  • •Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth):

    Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment):

    Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

ProfessionalQualification

  • •Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa :

    Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/

    Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu:

    Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

PerformanceQualification

  • •Muuxannoo Hojii (Work Experience).:

    Ragaa hojjechuu isaa ibsu Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon mirkanaa’e dhiyaate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/

    Waraaqaa Ragaa Galataa Qulqullinaan fi yeroon xumuruu isaa Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon kan mirkanaa’e dhihaate  ilaaluun ta’a. 

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Carraa hojii uumuu (Job opportunities):

    Hojii kana dura hojjeette irratti peeroolii ittiin kaffalame chaappaa interpiraayizichaatiin mirkanaa’e kan qabuu fi Nagahee  itti kaffale Biiroo yookiin Waajjira Galiiwwaanii sadarkaan jiraan irraa wal qabsiisuun kan  dhiyeeffate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
  • •Walitti Hidhamiinsa Gabaa (Market Linkage):

    Qaama Interpiraayizii gurmeesse sadarkaa sadarkaan jiruu fi walitti hidhamiinsa gabaa waliin uumame irraa waliigaltee yookiin ragaa chaappaan mirkanaa’ee dhiyaate ilaaluun ta’a.

    (Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)

Bid Security

Amount: 0 ETB

Terms and Conditions

The PE has the mandate to eject the bid fully or partially
Save Tender