Godiinan Shawaa Lixaa Waajjirri misoomaa Albuudaa Aanaa Ejeree hanftee Dhagan Horroramaa Daandii Asfaaltii Hoolotaa Muger hojecchuuf
Caalbaassii Ifaa Yeroo 3ffaa
Godiinan Shawaa Lixaa Waajjirri misoomaa Albuudaa Aanaa Ejeree haaftee Dhagaa Horroramaa Daandii Asfaaltii Hoolotaa Muger hojecchuuf omishaamee irraa hafee Hamma (sayizi) Albuudas 000,001 fi 002 akkattaa Labsii Mottummaan Federaalaa Lkk. 678/2002/Dabii Lakk 423/2011 Labsii Mootuummaa Nannoo Oromiiyaa Lkk.223/2012 Kewaata 8(4)fi Qajeelfamaa Hojjiiwan Albuudaa Lkk. 03/ 2011 Keewata 7(a.c) fi Keewata 44(a-e) Ajjaajuutti Aanaa Ejeree Gandaa Q/Bulaa Ilu Agaa Iddoo addaa Qoftuu jedhaamuuti kan argamuu Caalbaassi Ifan basee Dorgoomsisee Gurguruu Barbaadaa. Kanaafuu dhaabbani Eyyaam Omishaa Albudaa ljaarsaa Kan Qabu Abba Taayyita Gaaliwwan Aanaa Ejeereetti maalaqa hin deebinee Qaarshii 1000(kumaa tokko) kanfaalee sanadaa caalbaasif qophaa'ee Wajjiraa Maallaqaa Aanaa Ejeree Lakk 4 irraa bitaachu ni danda'a.
Ulaagaa Caalbaasiif Barbaachisuu
- Gibiraa Galii Mottummaa irra barbadamuu kan bara 2014 kafalee.
- Eyyamaa Omishaa Albuuda ijaarsaa akkataa Qaajelfaaman Albuudaan kan qabu
- Galm'a VAT Taa'usaa raga kan dhiiyeefatu
- Gaatii Waaligaala irraa kabaachisaa caalbaasii 2% Cpo Bankiitiin miirkana’e dhiiyeesuu kan danda'u
- Kabaachisaa waaligaaltee(Baankii Guarent) baankii beekaamti qaabu irraa Gaatii waali gala ittin mo'aatee irra 10% dhiyeessu kan danda'u
- Mo'aatan hangaa gaatii waaligaala ittin mo'aate keessa dursaa 50% kan kaafaluu ta'u qaba
- Mo'aatan kaanfaltii maarsaa duraa yoo xuumuree maarsaa 2ffaa Omishaa haafe kanaa fee'achuuf mallaqaa haafee 50% kaanfaluun fee'achuu qaba.
- Dorgoomaan dursee iddoo omishaa itti argaamuu dhaqee ilaalee dorgoomuu kan danda'u ta'u qabaa
- Gatii Albuudaalce ljjaarsa akkata Abaan Taayittaa Misoomaa Albuudaa Oromiyaa iddoo Omishaati itti gurguramu yeroo dhiyoo kan ta'e ol kan dhiyeesu.
- Caalbaasin kun Guyyaa gaazeexaa kallaacha oroomiyyaa irraatti bahee kaasee guyyaa hojii 15 (kudhaa shan) qilleensaa irraa ollee gaffa Guyyaa 15ffaa(Kudhaa Shanfaa) kutaa Itii gafatamaa Wajjiraa Bulchiinsaatti Aanaa Ejereeti Lakk 6 tti sa'aatti 8:00 irratii cuufamee guyyuumaa sanaa sa'aati 8:30 bakkaa dorgomtoonnifi Bakaa Butoonii seeraa Argaamaanniti ni banamaa sanadnii dhiyaattu invloopii ykn samiidhaan samssaamee oljinaariifi copiin kophaa cophaa bakka tokkottii samsaamee hadhiyaatu.
- Caalbaasichaa waajjirichi filaaanoo birraa yoo argaatee gartookee fi gutumaa gutuuti haquuf miirgaa ni qabaa
Hubachiisa Oddeefanoo Dabaallataaf 0938993302, 0920585370 0912265630 Waajjirri Misoomaa Albuudaa Aanaa Ejeree.
