Tender Detail

Tender Details

  • Deadline17 Apr 2023, 9:32 AM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Equipment And Accessories

Gurgurtaa meeshaale Aadda addaa


Caalbaasil Yeroo 2ffaa

M/A/Mirgaa Bank Internashinasi Awaash W.A fi M/Ida Obbo Taddasaa Avyalaa jidduu falmii himannaa raawwachisaa murtii jiru ilaalchisee:

Lakk.

 

Gosa

Baa'ina

 

Gati ka'umsa tokko

 

Gatil walligalaa

 

1

Funyoo Fireenii Bajaju

5

80.00

400.00

2

Chaarji Moobayila

1

25.00

25.00

3

Komputaaraa Deelii Maawuzii 3

4

7,500

30,000.00

4

Prinintaara

1

2,500.00

2,500.00

5

Taa'ummsa naannaa'an giddu  galeessaan

1

628.60

628.60

6

Teebilii Kopiteraa

2

2,500.00

5,000.00

7

Teebilii normaalii

1

1,800.00

1,800.00

8

Baattuu faayilaa

10

10.00

100.00

9

Sheelfii Faayilaa tokkon isaa  faayila 4 kan qabu

2

5000.00

10,000.00

10

Urtuu Waraqaa (Paancharii)

2

40.00

80.00

11

Baattuu balfan googaa moofaa

1

10.00

10.00

12

Baaldii bishaanii moofaa

1

35.00

35.00

Qabeenyumaan isaa kan murtii Abbaa idaa ta'ee gatii ka'omsa tilmaamaa kanaafi kan oliin nama dorgomee bitachuu danda'u Godina Sh/Bahan Magaalaa Bishooftuu Gamoo Ada’aatti gaafa 09/08/2015 sa'aatii 3:00-8:00tti adeemsifamee kan gurguramuu waan ta'ef namoon dargomtanii bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan danddeessan ta'uu Manni murtii ajajeera.

M/M/OI/Go/Sh/Bahaa.

Save Tender