Tender Detail

Tender Details

  • Deadline03 Nov 2022, 6:51 PM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories

Gurgurtaa mana jireenyaa Magaalaa Sabbataa ganda 02 keessatti argamu


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Huseen Faqii fi M/A/Idaa Feeysaal Faqii gidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchise mana jireenyaa Magaalaa Sabbataa ganda 02 keessatti argamu Lakk. Kaartaa isaa Sa/648/84 ta`e lafa kaaremeetira 340 irratti argamu Lakk. isaa 1278 ta'e gatii ka`umsa caalbaasii qarshii 95,838.58tiin gaafa 23/01/2015 sa'aatii 3:00-6:00tti gatii olaanaa argameen ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaadaan iddoo, guyyaan sa aatii iosametti qaamaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/O/G/A/O/N/Finfinnee.

Save Tender